Oduu Haaraa

Oduu Atileetiksii Baay’inaan Dubbifame Oduu Atileetiksii Baay’inaan Dubbifame

Back

Dorgommiin paaraaliimpiika Riyoo itti fufee jira

Dorgommiin paaraaliimpiika Riyoo itti fufee jira

 

[Dhrtvo 03 01 2009] Dorgommiin paaraaliimpiik Riyoo 2016 akka itti fufetti jira.

Chaayinaan warqee 50, birrii 40 fi maaldaa 28n duursaa jirti. Ityoophiyaan atleetiksiin meedaaliyaa birrii 1 qofa argattee sadarkaa 61ffaarra teessetti. Maddi: BBC fi IAF

sadarkaa alaabaa  warqee  birrii maaldaa biyya
1 50 40 28 118 China
2 28 16 19 63 Great Britain & N. Ireland
3 22 19 20 61 Ukraine
4 16 17 13 46 United States
5 9 17 9 35 Brazil
6 7 13 14 34 Australia
7 7 3 3 13 New Zealand
8 6 8 12 26 Netherlands
9 6 4 13 23 Uzbekistan
10 6 2 1 9 Nigeria
11 5 9 6 20 Germany
12 5 4 2 11 Tunisia
13 4 1 2 7 Mexico
14 4 1 0 5 Slovakia
15 3 7 2 12 Canada
16 3 5 8 16 South Korea
17 3 5 0 8 Iran
18 3 3 5 11 France
19 3 2 2 7 South Africa
20 3 1 5 9 Cuba
21 3 1 2 6 Thailand
22 3 0 2 5 Belarus
23 3 0 0 3 Malaysia
24 2 7 3 12 Poland
25 2 4 6 12 Spain
26 2 2 4 8 Greece
27 2 1 0 3 Belgium
28 2 0 2 4 Serbia
29 2 0 1 3 Ireland
29 2 0 1 3 Latvia
31 1 7 6 14 Italy
32 1 4 4 9 Algeria
33 1 3 3 7 Egypt
34 1 3 2 6 Azerbaijan
35 1 2 2 5 Sweden
36 1 2 0 3 Iraq
37 1 1 6 8 Colombia
38 1 1 2 4 Argentina
38 1 1 2 4 Vietnam
40 1 1 1 3 India
40 1 1 1 3 Morocco
40 1 1 1 3 Norway
43 1 1 0 2 Kazakhstan
43 1 1 0 2 Slovenia
45 1 0 3 4 Turkey
46 1 0 2 3 Kenya
47 1 0 1 2 Denmark
47 1 0 1 2 Hong Kong
47 1 0 1 2 Singapore
50 1 0 0 1 Bahrain
50 1 0 0 1 Georgia
50 1 0 0 1 Kuwait
50 1 0 0 1 Trinidad and Tobago
54 0 3 5 8 Japan
55 0 3 4 7 Hungary
56 0 2 0 2 United Arab Emirates
57 0 1 3 4 Venezuela
58 0 1 1 2 Croatia
58 0 1 1 2 Finland
58 0 1 1 2 Namibia
61 0 1 0 1 Ethiopia
61 0 1 0 1 Jordan
61 0 1 0 1 Lithuania
61 0 1 0 1 Qatar
61 0 1 0 1 Switzerland
66 0 0 2 2 Israel
66 0 0 2 2 Portugal
68 0 0 1 1 Austria
68 0 0 1 1 Cape Verde
68 0 0 1 1 Chinese Taipei
68 0 0 1 1 Czech Republic
68 0 0 1 1 Indonesia
68 0 0 1 1 Mongolia
68 0 0 1 1 Philippines
68 0 0 1 1 Romania
68 0 0 1 1  Saudi Arabia

Atileetiksii Atileetiksii

Shaampiyoonaan atleetiksii Ityoophiyaa 48ffaan gaggeeffamaa jira.

OBN Ebla 30, 2011 -  Shaampiyoonaan atleetiksii Itiyoophiyaa kaleessa istaadiyamii magaalaa Finfinneetti gaggeeffamuu eegale amma Caamsaa 4,2011tti tura. Sirni baniinsaa kaleessa kan...

Read More

Pireezdaanti Saahlaworqi fi Dr. Abiyyi Atleetota badhaasan

OBN Ebla 02, 2011- Pireezdaanti Saahlaworqi Zawdee fi Mnistirri Muummee Dr. Abiyyi Ahmad dorgommii qaxxaamura biyyaa 43ffaa sadarkaa idil addunyaatti Deenmaarki Magaalaa Arhuusitti...

Read More

Federeeshiniin Atleetiksii Itoophiyaa atleetota dorgommii qaxxaamura biyyaa addunyaa Deenmaarkitti hirmaataniif badhaasaa fi beekamtii kenneera.

OBN Bit. 24,2011 - Federeeshiniin Atleetiksii Ityoophiyaa Atleetota dorgommii qaxxaamura biyyaa addunyaa Deenmaark magaalaa Arhuusitti hirmaataniif Hoteela Araaraatitti simannaa taasiseefii,...

Read More

Ispoortiin dubartootaa Itoophiyaa 3ffaan Magaalaa Jigjigaatti dorgomamaa ture olaantummaa Oromiyaatiin har’a xumurame.

OBN Bit.8,2011- Ispoortii Dubartootaa Itoophiyaa 3ffaan Gurraandhala 28 hanga Bitooteessa 8 bara 2011tti magaalaa Jigjigaattii dorgomamaa tureen Naannoon Oromiyaa shaampiyoonaa tahuun...

Read More

Waldaan Federeeshinoota Atileetiksii Adduunyaa IAAF Yaa'ii Qatar Dohaatti taa'een Olompiikii Tookiyoo bara 2020tif Sangataa Miinimaa fi Ulaagaa hirmaannaa haaraaa raggaase.

  OBN Bit. 03, 07 11- Manni Maree Waldaa Federeeshinoota Atileetiksii Adduunyaa IAAF Yaa'ii  216ffaa Qatar Dohatti taa'een Olompiikii Tookiyoo bara 2020 tiif ulaagaa hirmaannaa lama...

Read More

Konfedreeshiniin Kubbaa Miilaa Afrikaa CAF balaa xiyyaaraa Itoophiyaatti mudateef gadda itti dhagahame ibse.

  OBN Bit. 03, 07 11- Lammiilee Keeniyaa 32 balaa xiyyaaraa kanaan lubbuun isaanii darbe keessaa bareessaan duraanii Federeeshinii Kubbaa Miilaa Keeniyaa Husen Swaleh isaan tokko turan. ...

Read More

Kamaaruu Usmaan: Shaampiyoonaa Afrikaa Maarshaal Aartii nama jalqabaa tahe

OBN Gur. 25, 2011- Kamaaruu Usmaan lammii Afrikaa Shaampiyoonaa dorgommii xumuraa fi isa olanaanaa maarshaal Aartii mo'ate tahe . Dorgommii MMA jechuun Maarshaal Aartii Makaa jedhamuun...

Read More

Oduu Haaraa Oduu Haaraa

An error occurred while processing the template.
Error on line 17, column 5 in 10157#10197#18949
article.getArticleImageURL(themeDisplay) is undefined.
It cannot be assigned to img
1<#assign liferay_ui = taglibLiferayHash["/WEB-INF/tld/liferay-ui.tld"] /> 
2  <#assign i=1/> 
3   
4<#list entries as entry> 
5	<#assign entry = entry /> 
6 
7	<#assign assetRenderer = entry.getAssetRenderer() /> 
8    <#assign className = assetRenderer.getClassName() > 
9     
10	<#assign viewURL = assetPublisherHelper.getAssetViewURL(renderRequest, renderResponse, entry) /> 
11 
12	<#if assetLinkBehavior != "showFullContent"> 
13		<#assign viewURL = assetRenderer.getURLViewInContext(renderRequest, renderResponse, viewURL) /> 
14	</#if> 
15	<#if className == "com.liferay.portlet.journal.model.JournalArticle"> 
16	<#assign article = assetRenderer.getArticle() > 
17    <#assign img = article.getArticleImageURL(themeDisplay) > 
18     <#if assetRenderer.getSummary(locale)!=""> 
19         <#if i<6> 
20      <div style="clear:both;font-family: serif,ebcfont;"> 
21       
22  <img src="${img}" width="90" style="float:left;height:60px;margin-bottom:10px;margin-right:10px" /> 
23	<a href="${viewURL}"><p style="font-size:14px;margin-left:10px;color:#0e0e0e;margin-bottom:8px;">${entry.getTitle(locale)}</p></a> 
24</div> 
25  
26     
27   
28   
29  <#assign i=i+1> 
30 </#if> 
31</#if> 
32	</#if> 
33 
34</#list>