Asset Publisher Asset Publisher

Shaampiyoonaan atleetiksii Ityoophiyaa 48ffaan gaggeeffamaa jira.

OBN Ebla 30, 2011 -  Shaampiyoonaan atleetiksii Itiyoophiyaa kaleessa istaadiyamii magaalaa Finfinneetti gaggeeffamuu eegale amma Caamsaa 4,2011tti tura. Sirni baniinsaa kaleessa kan...

Pireezdaanti Saahlaworqi fi Dr. Abiyyi Atleetota badhaasan

OBN Ebla 02, 2011- Pireezdaanti Saahlaworqi Zawdee fi Mnistirri Muummee Dr. Abiyyi Ahmad dorgommii qaxxaamura biyyaa 43ffaa sadarkaa idil addunyaatti Deenmaarki Magaalaa Arhuusitti...

Federeeshiniin Atleetiksii Itoophiyaa atleetota dorgommii qaxxaamura biyyaa addunyaa Deenmaarkitti hirmaataniif badhaasaa fi beekamtii kenneera.

OBN Bit. 24,2011 - Federeeshiniin Atleetiksii Ityoophiyaa Atleetota dorgommii qaxxaamura biyyaa addunyaa Deenmaark magaalaa Arhuusitti hirmaataniif Hoteela Araaraatitti simannaa taasiseefii,...

Ispoortiin dubartootaa Itoophiyaa 3ffaan Magaalaa Jigjigaatti dorgomamaa ture olaantummaa Oromiyaatiin har’a xumurame.

OBN Bit.8,2011- Ispoortii Dubartootaa Itoophiyaa 3ffaan Gurraandhala 28 hanga Bitooteessa 8 bara 2011tti magaalaa Jigjigaattii dorgomamaa tureen Naannoon Oromiyaa shaampiyoonaa tahuun...

Deeggaraan Birmingham taphataa dirree seenee rukute hidhaan torbee lama itti murtaaye.

  OBN Bit. 03, 07 11- Namni kun maqaan isaa Paul Micheel jedhama. Hojii miidhagina irratti bobba'ee argama. Tapha Shampiyoon Shiippii Ingilaand Dilbata darbe Birminghaam dirree...

Leenjisaan Maanchester duraanii Lu’is Vaan Haal hojii leenjisummaa akka dhaaban beeksisaniiru.

    OBN Bit. 03, 07 11- Vaan Haal Caamsaa 23, bara 2016 hojii leenjisummaa Maanchester United irraa erga kaafaman booda waggoota sadiif hojii leenjisummaa malee taa'aa akka turan...

Zinaddiin Ziidaan leenjisaa Riyaal Maadriid ta’uun qaxaramaniiru

  OBN Bit. 03, 07 11- Ziidaan  hanga bara dorgommii 2022 tti Riyaal Maadriid leenjisuuf  irra deebiin warra Los Blakoosiif mallatteesaniiru. Riyaal Maadriiditti deebi'uu...

Konfedreeshiniin Kubbaa Miilaa Afrikaa CAF balaa xiyyaaraa Itoophiyaatti mudateef gadda itti dhagahame ibse.

  OBN Bit. 03, 07 11- Lammiilee Keeniyaa 32 balaa xiyyaaraa kanaan lubbuun isaanii darbe keessaa bareessaan duraanii Federeeshinii Kubbaa Miilaa Keeniyaa Husen Swaleh isaan tokko turan. ...

Kamaaruu Usmaan: Shaampiyoonaa Afrikaa Maarshaal Aartii nama jalqabaa tahe

OBN Gur. 25, 2011- Kamaaruu Usmaan lammii Afrikaa Shaampiyoonaa dorgommii xumuraa fi isa olanaanaa maarshaal Aartii mo'ate tahe . Dorgommii MMA jechuun Maarshaal Aartii Makaa jedhamuun...

Dorgommiin Liigii Olaanaa Itoophiyaa ramaddiin C kaleessa taphoota qixxeesituu sadi keessumeessera.

  OBN 21 06 11- Haaluma Kanaan Jimmaa Abbaa Bunaa goolii 2-1'n Buttaa Jiraa injifachuun qabxii 12'n sadarkaa 10ffatti fooyyefateera. Bunni Kafaa dirree isaaratti Silxee Waraabeen...

Dorgommiin Liigii Olaanaa Itoophiyaa ramaddiin C kaleessa taphoota qixxeesituu sadi keessumeessera.

  OBN 21 06 11- Haaluma Kanaan Jimmaa Abbaa Bunaa goolii 2-1'n Buttaa Jiraa injifachuun qabxii 12'n sadarkaa 10ffatti fooyyefateera. Bunni Kafaa dirree isaaratti Silxee Waraabeen...

Dorgommiin Liigii Olaanaa Itoophiyaa ramaddiin C kaleessa taphoota qixxeesituu sadi keessumeessera.

  OBN 21 06 11- Jimmaa Abbaa Bunaa goolii 2-1'n Buttaa Jiraa injifachuun qabxii 12'n sadarkaa 10ffatti fooyyefateera. Bunni Kafaa dirree isaaratti Silxee Waraabeen goolii 1- 0'n yoo...

Tapha Deebii Walakkaa xumuraa Kooppaa Del Rey Ispeeniin Baarseloonaan Riyaal Maadriid injifachuun walakkaa xumuraatiif darbe.

  OBN 21 06 11- Shaampiyooniin baroota afran darbanii Baarseloonaan Saantiyaagoo Bernaabotti goolii 3-0'n  qabxii dhaqaa galaatiin 4-1'n Riyaal Maadriid injifachuun baroota xumuraaf...

Waldaan Federeeshinoota Kubbaa Miilaa Adduunyaa FIFA'n abbaa murtee Taanzaaniyaa Oden Charles Mbaga umurii guutuu tapharraa adabeera.

  OBN 21 06 11- Abbaan murtee lammii Taanzaaniyaa kun bara 2009 hanga 2012 tti taphoota sadarkaa biyyaa hanga Intarnaaashinalatti taphachiisan irratti matta'aa akka fudhatan koreen...