Asset Publisher Asset Publisher

Back

Mahaammad Saalaah taphataa cimaa bara 2018 Injifate.

 

OBN Amaj,01 05 11- Mahaammad Saalaah badhaa kana  preezdaantii Konfedereeshinii Kubbaa Miillaa Afrikaa Ahimad Ahimadii fi pireezdaantii Laaybeeriyaa ammaa Joorj Wiihaa harkaa fudhateera.

Mahaammad Saalaah   Sayidoo Maanee fi  Umireek Obaamiyaang waliin morkachuun badhaasa kana ijifateera.

Taphataan sarara fulduraa  Liivarpuul, lammiin Ijipt Mahaammad Saalaah taphataa cimaa Afrikaa kan bara 2018 mo'atee ture.