Back

Ganzabee Dibaabaa riikardii maayila Afrikaa cabsite

 

 

[Dhrtvo 02 13 2008]Ganzabee Dibaabaa riikardii maayila Afrikaa Roovereetoo Xaaliyaan cabsite.

 

Atileetittiin meetira 1000 kan dabarte 2:39.3n, meetira 1200 ammoo 3:10.6n, meetira 1500 sa'aa fooyya'aa 3:57.31n; walumaa galatti 4:14:30n xumurteetti.

Ganzabeen sa'aan isheen galmeessiste baay'ee fooyya'aa akka ta'e Feedereeshiniin Waldaa Atileetiksii Addunyaa beeksisee jira.