Asset Publisher Asset Publisher

Back

FA Ingilaandin Maanchester Yuunaayitid goolii 2-0'n Cheelsii injifachuun Nuusa Xumuraaf darbeera

.

OBN Gur,12 06 12- Maanchester Yuunitid gooliwwan Ander Hereran daqiiqaa 31ffaa Poul Pogban ammoo daqiiqaa 45ffaaratti boqonnaan dura galchaniin injifate.

Oliganar Soolshayer kan leenji'u Yuunaayitid kilaba jalqabaa FA Ingilaandin Arsenaal fi Cheelsii dorgomichaan ala taasise ta'uun seenaa haaraa galmeesiseera.

Kana dura bara 1998/99 United haaluma wal fakkaatuun kilaboota kanneen dorgomichaan ala taasisuun shaampiyooni ta'uun isaanii ni yaadatama.