Asset Publisher Asset Publisher

Back

Dippiloomaasii Ispoortii


[OBN 18 09 2010] Ruwaandaan Itiyoophiyaan seektara Atileetiksiirratti akka deeggartuuf Ministirri Dhimma Alaa Ruwaandaa Luwiisi Mushikiwaaboon gita isaanii Ministira Dhimma alaa Itiyoophiyaa Dr. Warqinaa Gabayyoo gaafatan.

Atileetonni Ambaasaadaroota biyyaa wanta ta'aniif deeggaramu qabu jechun Dr. Warqinaan Atileet Haayilee G/Silaasee gaafatan.
Wayitumaa kanatti dargaggoota magaalaa Hawaasaa waliin suura ka'anii jiru.
Maddi: MoFA