Oduu Siyaasa Oduu Siyaasa

Pireezidaanti Saahilawarqi Zawdee Mootii Neezarlaand Maaksimaa waajjira isaanitti simatani waliin mari’atan

OBN Caamsaa 07, 2011 - Pireezidaanti Saahilawarqi Zawdee Mootii Neezarlaand Maaksimaa waajjira isaanitti simatani waliin mari'atan. Mootittiin tattaaffii sirni faayinaansii hirmaachisaa ta'e...

Read More

Itoophiyaan deeggarsa Sudaanif taasiftuu itti fufti- obbo Gadduu

OBN Caamsaa 07, 2011- Ministirri Dhimma Alaa obbo Gadduu Aandaargaachaw raawwachiistuu dhimmootaa Imbaasii Sudaan Ambaasaaddar Naadiyaa Mohaammad Kayir waliin mari'atan. Mariin humnoota...

Read More

Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Itoophiyaa filannoo dhufuuf qophiisaa xumuru qaba-MMBBU

OBN Caamsaa 07, 2011 - Manni Maree Bakka Bu'oota Uummataa, Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Itoophiyaa filannoo dhufuuf qophiisaa akka xumuru yaadachiise. Filannichi amanamaa, ifa, bilisaa fi...

Read More

Manni Maree Nageenyaa walgahii kaleessa taa'een Abiyeetti ergama nagaa kabachiisaa Dhaabbata Biyyoota Gamtoomanii dheeresse

OBN Caamsaa 7, 2011- Manni Maree Nageenyaa walga'ii kaleessa taa'een Abiyeetti ergama nagaa kabachiisaa Dhaabbata Biyyoota Gamtoomanii dheeresse. Ergamichis hanga ji'a Faranjootaa Sadaasa...

Read More

Jijjiirama akka naannoo fi biyyaatti jalqabame itti fufsiisuuf hooggansi adda durummaan sochoo'uu qaba

OBN Caamsaa 7, 2011 - Leenjiin gaggeessitoota aanaaleefi magaalota Oromiyaarraa magaalaa Adaamaatti kennamaa ture har'a ni xumurama. Leejifamtoota 1800 ol ta'aniif leenjiin hoggansaa mata...

Read More