Oduu Haala Yeroo haaraa Oduu Haala Yeroo haaraa

”Siyaasni sabummaa sodaa nageenyaa biyyattii isa guddaadha”- Gorsaa Ministira Muummee Abiyyi Ahmad

OBN Bit. 28, 2011- Siyaasni sabummaa sodaa nageenyaa biyyattii isa guddaa akka ta'e gorsaa dhimmoota nageenyaa ministira mummee kan ta'an Obbo Tamasgan Xirunah ibsa har'a miidiyaaleef laataniin...

Read More

Qabiinsa mirga namoomaan waggaa tokko keessatti Itoophiyaan hin himatamne-Nabiyaat Geetaachoo

OBN Bit. 2 8 , 2011- Dubbii Himaan Ministeera Dhimmaa Alaa Itoophiyaa ibsa miidiyaaleef kennaniin qabiinsa mirga namoomaan walqabatee Itoophiyaarratti himatni dhiyaate hin jiruu jedhan. ...

Read More

Hoggansi olaanaa ABBO sanbata gara Itoophiyaatti deebi’a

OBN Sad. 19,2011- Hooggansi olaanaa Addi Bilisa Biyyaalessaa Ogaadeen Sanbata gara Itoophiyaa galu jedhame eeggama. Sanbata kan galu dura taa'aa dhaabichaa Mahaammad Omaari dabalatee hoggansi...

Read More

Waadaa Haaroomsaan galle bu'aatti jijjiiruun olaantummaa seeraa mirkaneessuuf cimnee hoojjanna - ODP

Oromo Dimokiraatik Paartii (ODP) haala yeroorratti ibsa Ejjennoo har'a baaseen, ODP/ADWUI biyyaafi Naannoo keenya keessatti misoomaafii sirni dimokiraasii hirmaannaafii fayyadamummaa ummataa...

Read More