Oduu Addunyaa Oduu Addunyaa

Pireezdaantin Ziimbaabuwee Emmarsan Minaangaaguwaan gara Awurooppaatti imaluuf karoorfatanirraa hafan.

OBN Amajji 14, 2011- Pireezdaantiin Ziimbaabuwee Emmarsan Minaangaaguwaan rakkoo nageenyaa biyya isaaniitti mudateen imala Awuurooppaa taasisuuf qophaa'anirraa hafaniru. Pireezdaant Emmarsan...

Read More

Haleellaa Al-Shabab tibbanaafi deebii mootummoonni kennan

OBN Amajji 14, 2011- Walakkaa torban darbee hoteela Dusiit magaalaa Naayiroobii keessatti argamu irratti haleellaa kan raawwate gareen al-Shabaab loltoota mootummoota Somaaliyaafi Itoophiyaa...

Read More

Dubbii Itaaliin waa'ee godaantota Afrikaa dubbatte Firaansi mufachiise

OBN Amajji 14, 2011- Ministirri Muummee Itti aanaa Itaali Firaansi Afrikaa saamaafi lammiileen ishiis akka godaanan gochaa jirti jechuun himani jennaan Firaansi ambaasaaddara Itaali biyyashii...

Read More

Biyyi mormiin keessa jiru Sudaan gaazexeessitoota lama hojii dhorkite

OBN Amajji 14, 2011- Aanga'oonni Sudaan gaazexeessitoota biyya alaa lama kanneen biyyattii keessatti hojjechuuf mirga qaban jalaa eyyama hojii haqan. Biyyi mormiin yeroo dheeraaf keessatti...

Read More

Mormiin lubbuu galaafate Sudaanitti itti fufus ejjennoon Omaar al-Bashir garuu bakkaa hin sochoone

OBN Amajji 13, 2011- Humnootiin nageenyaa namoota pirezidantii Sudaan mormuuf karaatti bahanitti gaazii imimmeessituu ijaa dhukaasan. Mormiin akkanaa ji'a lama seenus pirezidantiin biyyattii...

Read More