Back

Koreen hoji raawwachiistuu ADWUI Wiixata dhufu waltajjii idileesaa gaggeessa

 

OBN Amaj.  03, 2011 -Koreen hoji raawwachiistuu Adda Dimokraatawa Warraaqsa Uummattoota Itiyoophiyaa (ADWUI) Amajjii 6, bara 2011 raawwii kallattii yaa'ii dhaabbattummaa 11ffaa, haala yeroo biyyaa fi sochii jijjiirramaa, raawwii hojii dhaabbattummaa fi mootummaa irratti bal'inaan mari'achuun kallattii ni kaa'a jedhamee eeggama.