Back

Itoophiyaa fi Gamtaan Awurooppaa deeggarsa Yuuroo Miiliyoona 33.5 walii mallatteessan

OBN Caamsaa 01, 2011- Itoophiyaa fi Gamtaan Awurooppaa deeggarsa Yuuroo miiliyoona 33.5 walii mallatteessan.

Deeggarsichi piroojaktii gamtichi balaa xiqqeessuu, dandamachiisuu fi lammiilee fayyadamaa taasisuuuf hojjetu hojiirra oolchuuf oola jedhameera.

Waliigalticha Deetaan Ministira Ministeera Maallaqaa obbo Admaasuu Nabbabaa fi Itoophiyaatti dursaan gamtichaa Eriik Habarsi mallatteessaniiru.