Back

Aadde Hiiruut Zammanaan yaa’ii nageenyaa idil-addunyaarratti hirmaachaa jiru

OBN Caamsaa 07, 2011-Deetaan Ministiraa Ministeera Dhimma Alaa aadde Hiiruut Zammanaan yaa'ii nageenyaa idil addunyaarratti hirmaachaa jiru.

Yaa'ichi Siwiidin Stookhoolmitti gaggeeffamaa jira.

Aadde Hiiruut mata duree "Walitti bu'iinsa ittisuu fi ijaarsa nageenyaa" jedhurratti ibsa taasisuu isaanii odeeffannoon Ministeera Dhimma Alaarraa arganne ni mul'isa.

Itoophiyaan nageenyaa fi misooma itti jirturrattis ibsa kennaniru.